Baga gara hojii Affiliate dhuftan

Kuni hojii waloo dhaabbata keenya waliin hojjatuun koomishinii guddaa itti argattaniidha!

Liinkii hojii asirraa argatuudhaan Liinkii sanaan namoonni karaa keessaniin yoo galmaa’an koorsii tokkicha irraa koomishinii parsantaa 20% argattu, kana jechuun Nama kuma 1 liinkii asirraa kanaan galmeessisiifnaan yoo xiqqaate birrii milliyeena 1 hojjatuu dandeessu jechuudha!

Kaayyoon keenya saba keenya barsiisaa duroomsuudha!

Wanti isin irraa eegamu Liinkii kana asirraa fudhattanii karaa feetaniin barnoota keenya beeksisuufi liinkicha raabsuun karaa Linkii keessaniin akka barnoota kana galmaa’anii baratan gochuudha!

Maallaqa hangamii akka hojjattan erga liinkii argattan booda ifatti kan isinitti mul’atuudha, maallaqa dalagdan baafachuuf akka laakkofsa warra faranjiitti ji’a ji’aan dhuma ji’aa irratti guyyoota 26-31 jidduutti gara account keessanii kan seenu taha!

Gaaffii yoo qabaattan gama Email keenyaa info@yourstech.academy irratti nu dubbisuu dandeessu!

Carraa gaarii!

Seenuun itti fufi

Follow us

Our Addresses

United State, 2209 Trickling Creek Drive

USA: +1 214 542 9077

Email: Info@yourstech.academy

Egypt, Cairo

Egy: +20 10 1915 9451

Email: Info@yourstech.academy

Ethiopia, Addis Ababa

Ethio: +251 96 248 9700

Email: Info@yourstech.academy

© 2026 YoursTech Academy LLC - All Rights reserved.