Language Guest Author September 5, 2025 10 min read
Afaan Ingilizii(English Language): Furtuu Walqunnamtii Addunyaa

Afaan Ingilizii(English Language): Furtuu Walqunnamtii Addunyaa

Afaan Ingiliffaa barnoota, daldalaa fi teeknooloojii keessatti afaan baay’inaan itti fayyadamaniidha. Afaanicha Barachuun carraa addunyaaf balbala kan banu yoo ta’u, namoota aadaa adda addaa irraa dhufan waliin akka wal qunnamtu si gargaara.

Afaan ingiliffaa Maaliif Barachuun barbaachise?

Afaan ingiliizii afaan interneetii, saayinsii, fi daldala idil-addunyaati. Biyya alaa deemuu yoo barbaadde, dhaabbilee addunyaa waliin hojjechuu yoo barbaadde, ykn toora interneetii irratti guddachuu yoo barbaadde, dandeettiin Ingiliffaa cimaan jijjiirama guddaa fida.

**akkamitti baretta?: Bu’uuraalee irraa jalqabi, dubbisuu, barreessuu, dhaggeeffachuu, fi dubbachuu. Achiis gara caasluga, jechootaafi sagaleessuutti ceʼi. Ofitti amanamummaa fi gahumsa afaanichaa uumuuf guyyaa guyyaan shaakali. **Ingiliffi eessatti Faayidaa irra oola? Afaan Ingiliffaa damee hunda irratti gargaara, barnoota, imala, hojii dijitaalaa, fi qunnamtii. Qabeenya addunyaa irraa barachuu fi yaada kee addunyaaf qooduu si dandeessisa. **Jalqabuuf: Barreeffamoota salphaa dubbisuudhaan, viidiyoo Ingiliffaa ilaaluu fi haasawa gaggabaaboo shaakaluudhaan jalqabi. Akkuma itti fayyadamtu saffisaan fooyya’a. Barnoota kanas Afaan Oromoon ni argattu. **Goolaba Afaan Ingiliffaa barachuun waa’ee afaanii qofaa miti, waa’ee guddinaa, walitti hidhamiinsaa, fi carraa ti. Afaanicha barachuun adeemsa keessa riqicha kee gara addunyaa guddinaatti si geessuudha.

Comments (2)

LanguageLearner

September 6, 2025

This guide is super helpful for beginners!

Polyglot

September 7, 2025

Great tips on improving language skills.

Leave a Comment

Follow us

Our Addresses

United State, 2209 Trickling Creek Drive

USA: +1 214 542 9077

Email: Info@yourstech.academy

Egypt, Cairo

Egy: +20 10 1915 9451

Email: Info@yourstech.academy

Ethiopia, Addis Ababa

Ethio: +251 96 248 9700

Email: Info@yourstech.academy

© 2026 YoursTech Academy LLC - All Rights reserved.