Multimedia Guest Author September 12, 2025 9 min read
Gulaallii Viidiyoo(Video Editing): Seenaa Sochiidhaan Hojjetanii Mul'isuu

Gulaallii Viidiyoo(Video Editing): Seenaa Sochiidhaan Hojjetanii Mul'isuu

Viidiyoo gulaaluun aartii suuraa sochii jalqabaa gara seenaa hiika qabuutti jijjiiruudha. Viidiyoo YouTube irraa kaasee hanga beeksisaatti, gulaalliin yaadicha jireenyatti kan fidu yoo ta'u, content creataroota ergaa isaanii dhiibbaa qabeessa taasisa.

Gulaalaalliin Viidiyoo Maali?

Adeemsa sagalee, barreeffamaa fi suuraa fi vidiyoo walitti qindeessuun, muruu fi wantoota barbaachisoo tahan itti dabaluuti. Gulaalaa gaariin seenaa ifaa, sirriifi nama hawwatu gochuuf kalaqaa fi ogummaa teeknikaa walitti fida.

Meeshaalee Barbaachisoo

Meeshaaleen gulaaluu beekamoo ta'an Adobe Premiere Pro, DaVinci Resolve, CapCut, fi Filmora of keessatti qabatu. Jalqabdoonni gara sooftiweerii ogummichaatti osoo hin ce’iin dura meeshaalee gulaaltota mobaayilaa salphaa irraa jalqabuu danda’u.

Bakka Itti Fayyadamaa:

Gulaalliin viidiyoo gabaa, fiilmii hojjechuu, barnootaa fi miidiyaa hawaasaa irratti barbaachisaadha. daldalaa fi namoonni dhuunfaa karaa yaada mul’ataa fi human qaqbeessa tahe kanaan akka walqunnaman gargaara. ##Jalqabuuf: Kiliippiiwwan gaggabaaboo gulaaluudhaan, ce'umsa barachuu, fi muuziqaa duubaa(background) akkasuma mata duree xiqqaa irratti dabaluudhaan jalqabi. Shaakala gochuun akkaataa itti gulaaltu sadarkaa xiqqoo irraaa gara professionaalitti uf guddisuu dandeessa. nuti Barnoota kanas ni kennina. ###Goolaba Gulaalliin viidiyoo ogummaa dijitaalaa kalaqaa fi gatii guddaa qabuudha. Fedhii fi walsimannaadhaan, kilippiiwwan salphaa gara seenaa humna qabuu fi namoota kakaasuu fi walitti hidhutti jijjiiruu dandeessa.

Comments (2)

VideoNewbie

September 13, 2025

This is a great starting point for beginners!

FilmMaker

September 14, 2025

Excellent overview of video editing tools and techniques.

Leave a Comment